Itiyoophiyaan erga Eritiriyaan irraa adda baatee biyya of dandeesse taatee kaasee,biyya hulaan galaanaa itti cufamee taatee, hulaa galaanaa biyya Jibuutii hanga ammaatti fayyadamaa jirti. Tibba kanammoo Ministirri muummee Itiyoophiyaa Doktor Abiyyi Ahimad hulaan galaanaa Itiyoophiyaa ni barbaachisa jechuu isaanii hordofee gamanumaan yaadonni garaa garaa ka’aa jiru. Dhimma kana irratti ogeeyyii dubbisneerra.
Forum