Sagantaan yokaan imaammatni misoomaa fi carraa Afrikaa kan akka biyyoottan Afrikaa oomishaalee isaanii qaraxa yokaan dilaala malee akka gara gabaa Yunaayitid Isteetitti galfatan taasisu, kan AGOA jedhamee beekamu, yeroon isaan xumuramuu dura haaromsamuu akka qabuy hoogganoonni Afrikaa dhiibbaa gochaa jiran. Dhaabileen dhaldalaa Afrikaa Kibbaa keessa jiran ammoo hojii daladalaa Yunaayitid Isteetisii fi Chaayinaa wajjin hojjachuu irrati gara garummaa jiru ibsanii jiru. Gabaasaa Keet Baartleetiin qophaa’ee hiiknee jirra.
Hoogganoonni Afrikaa Sagantaan Yunaayitid Isteetis Akka Oomishalee Dilalaala Male Galfatan Taasisu AGOAn Akka Dheereffamuuf Gaafataa Jiran
- VOA
Forum