Fiilmiin koomedii mata dureen isaa “Koodee” jedhu tibbana Finfinneetti eebbifamee banamee jira. Fiilmiin kun gosa fiilmii koomedii, kan dheerina daqiiqaa tokkoo ol qabudha. Tsahaay Daamxoo sirna eebba fiilmichaa irratti argamuudhaan, barreessaa fiilmichaa, taatotaa fi dawwattoota keessaa haga tokko dubbistee jirti. Barreessaan fiilmichaa dargaggoo Waaqoo Geetaachoo fiilmicha hojjetanii xumuruuf waggaa tokkoo ol akka itti fudhate dubbata.
Forum