Hawaasni Oromoo As Washington DC fi naannoo ishee har’a waajjira miistrii dhimma alaa fuulleetti hiriira mormii geggeesanii jiran. Lolli keessumaa Naannoo Oromiyaa keessaa akka dhabaatu, mootummaan Yunaayitid Isteetis deggersa mootummaa biyyattiif taasisu akka dhaabu gaafataniiru.
Forum