Agarsiisni fakkiifi bobbocaa torban darbe keessa magaalaa Amboo keessatti daawwattootaaf dhihaatee jira Agarsiisa kanarratti leenjifamtoota artii, kanneen Yunivarsitii Amboo, Giddu Gala Qo’annoofi Qorannoo Aadaa Looreet Tsaggaayee G/Madihin keessatti leenjii fudhataa jiran jiran tu fakkiiwwan kaasamaniifi bobbocootni bocaman daawwattootaan dhiheesse. Naakoor Malkaa leenjifamtoota keessaa, akkasumas leenjisaa isaanii fi daawwattoota keessaa dubbisuudhaan qophii ikana qindeessee jira.
Forum