Filaannoo presidaantummaa Yunaayitid Isteetis kan baraa 2024 irratti Paartiin Ripaabilikaanotaa kaadhimamaa isaanii filachuuf deemaa jiran. Prezidaantii duraanii Doonaald Tiraamp gara aangoo waggaa afur dura harkaa ba’etti deebi’uudhaaf kaadhimamtummaa paartii isaaniitiif dorgomaa jiran. Dhiimma kana irratti Mitikuu Fiqaaduu gabaasa Itti anu qopheessee jira. waliin haacaqasnu.
Forum