Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbanni Qo’annaa Hawaa Amerikaa yokaan NASAn Waa’ee Imala Gara Ji’aatti Taasifamuu Maal Hojjechaa Jira?


Dhaabbanni Qo’annaa Hawaa Amerikaa yokaan NASAn Waa’ee Imala Gara Ji’aatti Taasifamuu Maal Hojjechaa Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:15:44 0:00

Dhaabbanni Qo’annaa Hawaa Amerikaa yokaan NASAn Waa’ee Imala Gara Ji’aatti Taasifamuu Maal Hojjechaa Jira?

Dhaabbanni Qo’annaa Hawaa Amerikaa yokaan NASAn bara kana keessa nama gara ji’aatti erguudhaaf akka karoorfate ture ammaan dura hayyuun saayinsii hawaa tokko Sagalee Ameerikaaf ibsuun ni yaadatama. Karoorri sun barana ta’un hafee gara bara egeriitti akka dabre NASAn tibbana beeksisee jira. maaliif ta’e? Torban lamman darbe keessaa immo dhaabbanni dhuunfaa as Yunaayitid Isteetis keessatti argamu Saatelaayitii tokko gara ji’aatti ergee , sababaa rakkinni mudateen kan ka’e Saatelaayitichi ergama isaatti hin milkaa’iin hafe. Teknooloojiin sammuu nam tolchee ykn AI yeroo ammaa gama tokkoon abdii, gama biraan sodaa ta’ee jira. Dhimmoota kana irratti hayyuu Saayinsii Fiiziksii kan ta’an Dr. Xilaayee Taadesee haasofsiinee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG