Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuboonni Daddabroo Hin Taane Dubartoota Ulfaa fi Daa’iman Isaanii irratti Miidhaan Hamaan Fidan Dabalaa  Jiraachuun Gabaasame


Dhukkuboonni Daddabroo Hin Taane Dubartoota Ulfaa fi Daa’iman Isaaniirratti Miidhaan Hamaan Fidan Dabalaa Jiraachuun gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:26 0:00

Dhukkuboonni Daddabroo Hin Taane Dubartoota Ulfaa fi Daa’iman Isaaniirratti Miidhaan Hamaan Fidan Dabalaa Jiraachuun gabaasame

Inisitiyutii Fayyaa Hawaasa Itiyoophiyaa dhukkuboonni daddarboo hin taane haadhoolii ulfaa fi daa'imman irra miidhaan akka hin geessisnee taasisuuf fi miidhaa sana hir'isuudhaaf magaalota muraasa keessatti proojectiin furmaata irratti hojjetu eegalamee jira, jedha. Pirojektiin kun deggarsa maallaqa biyya Noorweyi irraa argame ta'uu inistiitiyuutiin fayyaa hawaasa Itoophiyaa ibseera.

Pirojektiin kun haala jiruu fi jireenya haadholi ulfaa foyyeesuun,faalama naannoo hir'isuurratti,nyaata madaalawaa akka argataniif ka'umsa dhibee kanaa hir'isuurratti inistiitiyuutii fayyaa hawaasa Itoophiyaa fi Noorweeyi wal ta'uun hojii eegalaniiru jedhan Inisitiituyitiin fayyaa hawaasa Itoophiyaatti daarekatara saayinsii nyaataa fi fayyaa Hawaasa ka tahan Dr.Masreshaa Tasammaa Sagalee Ameerikaaf himaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG