Yeroo dhihoo as Itiyoophiyaa keessatti kanneen haasaa yokaan dubbii onnachiisoo fi mala jireenyaa irratti leenjii kennan akkasumas galma keessatti muuxannoo isaanii dargaggootaaf qoodan baay’achaa dhufaniiru. Hasaawwan ykn dubbiiwwan onnachiisoon kun hagam tokko dargaggeessarratti jijjiirama fiduu danda’uu jechuun keessummoota lama dubbisuun sagantaa qophii Labataa har’aaf qopheeffanne kunooti.
Forum