Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaadhimamtoonni Filannoo Prezidaantummaa Dhufuu Lameen, Traamp fi Baayiden Waa’ee Mariwaanaarratti Ejjennoo Ifa Tahe Hin Qaban, Jedhama


Kaadhimamtoonni Filannoo Prezidaantummaa Dhufuu Lameen, Traamp fi Baayiden Waa’ee Mariwaanaarratti Ejjennoo Ifa Tahe Hin Qaban, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:21 0:00

Ameerikaa siyaasaan qoqqoodamte keessatti, waa’een mariwaanaa dhimma waliigaltee baay’ee irratti hin argamne yoo ta’u, qorannoon akka agarsiisutti lammiileen Ameerikaa dhibba keessaa harka 88 tahan yoo xiqqaate hanga tokko qoricha kana seera qabeessa taasisuu akka deeggaran agarsiisa. Garuu leelliftoonni biqiltuu kanaa akka jedhanitti kaadhimamoota prezidaantii dursaa jiran keessaa tokkollee, kan ilaalchi jijjiiramuu irraa fayyadamu hin jiru. Gabaasa Scott Stearns qopheessee Jallannee tu dubbiisa.

Forum

XS
SM
MD
LG