Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hamaas Ennaa Konkolaataan Garagaarsa Gaazaa Seenaa Turetti Hamaas Israa’elitti Rookkeettii Dhukaase


Hamaas Ennaa Konkolaataan Garagaarsa Gaazaa Seenaa Turetti Hamaas Israa’elitti Rookkeettii Dhukaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:30 0:00

Hamaas Ennaa Konkolaataan Garagaarsa Gaazaa Seenaa Turetti Hamaas Israa’elitti Rookkeettii Dhukaase

Dhuma torbanii kana keessa gareen Hamaas gara magaala Israa’eel Teel Aviivitti rookeetti fagoo deemanu furguggeesee jira. Israa’el caalaa isaanii akka qolattee ibsitee jirti. Dhimma walwaraansa Gaazaa irratti murtoon mannii murtii yakka adduunyaa dabarses ijoo dubbii akka ta’etti jira. Dhimma lola Israa’elii fi Hamaas kan gabaase Araash Arabasaadii ti.

Dilbata kaleessaa darbe Israa’el magaalaa Tel Aviv keessatti yeroo rookkeettonni dhuka’an saayireniin akeekkachiisaa ni dhaga’ame. Humni Ittisaa Israa’el ennaa rookkeettiiwwan forguggifaman kan namoonni akka isaan dahata barbaachaa fi asii fi achi kaachise fashaleesse jedha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG