Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aanaa Kiiramuu, Gandoota Lama Keessatti Haleessaa Hidhattootaan Raa’atameen Namoonni Toorba Du’an, Jedhu Jiraattonnii fi Aangawoonni



Aanaa Kiiramuu, Gandoota Lama Keessatti Haleessaa Hidhattootaan Raa’atameen Namoonni Toorba Du’an, Jedhu Jiraattonnii fi Aangawoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuu Gandoota lamatti haleellaa hidhattootaan dhaqqabeera jedhameen namootni torba du’uu jiraattonni fi Angawootni aanichaa dubbataniiru. Obbo Mangoo Gonfaa jiraataan Aanaa Kiiramuu, Caamsa bultii 26, bara 2016, haadha warraa isaanii fi ijoollee isaanii sadii dhukaasaan ajjeefamuu himanii jiran. Ammas Aanaa Kiiramuu Laga Gonkaatti Caamsa 29, bara 2016, hidhattootaan haleellaa raawwate jedhameen namootni sadii ajjeefamuu jiraattonni dabalanii himanii jiran. Bulchiinsi Aanaa Kiiramuu ajjeechaa kana kan mirkaneesse yoo tahu, ammaa warra yakka kana to’annaa jela oolchuuf hordoffiirra jirama jedha. Galmoo Daawit gabaasaa qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG