Keeniyaatti labsii daballi gibiraa bara 2024 mootummaan baase mormuun hiriirri guutummaa biyyaattii keessatti guyyaa lammaaf Kibxata kaleessaa taasifame gara hookkaraatti jiijjiiramuun lubbuun namootaa darbuuf sababa ta'era.
Hiriira mormii kana kan qindeessan dargaggoota dha. Haalli rakkoo nageenyaa uumamee jiru namoota baqatummaan Keeniyaa keessa jiran irratti dhiibbaa akkamii qabaataa? Jechuun Mitikkuu Fiqaaduu namoota lama Keeniyaa jiraatan dubbisee haala itti aanuun qindeesseera.
Forum