Firaa’ol Ahimad as Yuunaayitid Isteetis keessa barataa Yuunivarsitii ta’ee otuu jiruu doormii isaa keessatti barattootatti buna Itiyoophiyaatii fidee gurguruu jalqabe.
Firaa’ol gurgurtaa isaa sana guddisuun amma Kutaawwan Yuunaayitid Isteetis garaa garaatti raabsaa jira.Firaa’ool “Buna Moo’ii” jechuun hojii jalqabe kana gara fuula duraattis darab bal’isee akka itti fufuuf jiru dubbata. Mitikkuu Fiqaaduu tu dubbise.
Forum