Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeefamuu Obbo Battee Urgeessaa Hordofee kan To’annaa Jela Oolan Miiloo Urgeessaa Ammaa Hidhaa Jiru’ Miseensa Maatii


Ajjeefamuu Obbo Battee Urgeessaa Hordofee kan To’annaa Jela Oolan Miiloo Urgeessaa Ammaa Hidhaa Jiru’ Miseensa Maatii
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Ajjeefamuu angawa ABO Obbo Battee Urgeessaa hordofee kan to’annaa jela oolfamuun isaanii himame Obboleessi Obbo Battee Miiloo Urgeessaa ammas hidhaa jiraachuu maatiin dubbatanii jiran. Miseensi maatii Obbo Battee, Obbo Miiloon duraan mana murtiif dhiyaatee, himatni irratti dhiyaate waan hin jirreef manni murtii Aanaa Maqii bilisa jedhuunis poolisiin garuu hin lakkifne jedhee jira.

Gama biraan namoota gaafa awwaalcha Obbo Battee booda to’annaa jela oolfaman keessaa tokko kan ta’uun himame barataan Yuuniversitii Finfinnee Sora Jirma Alii, ji’a sadii oliif himata male hidhaa akka jiru maatiin VOA’f himanii jiru. Poolisiin Godian Shawaa Bahaa dhimmichi qorannoorra waan jiruuf, jechuun ammatti yaada kennuurraa of qusatee jira. Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG