Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Hidhattoonni Shawaa Kibba Lixa, Aanaa Ammayyaatti Raaw’ataniin Namoonni 12 Ajjeesaman, Jedhan Aangawoonnii fi Jiraattonni  


Haleellaa Hidhattoonni Shawaa Kibba Lixa, Aanaa Ammayyaatti Raaw’ataniin Namoonni 12 Ajjeesaman, Jedhan Aangawoonnii fi Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00

Wixata darbe haleellaa Hidhattoonni Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Ammayyaatti raawwatan jedhameen namootni 12 ajjeefamuu fi qabeenyis barbadaawuu angawootni fi jiraattonni dubbatanii jiran. Obbo Geetaachoo Gelaanaa Bulchaan Aanaa Ammayyaa, Wixata halkan ta’ee mudate jedhan kana kan geessise humnoota finxaaleyyii Faannoo kan Godina Ollaa Guraagee keessaa dhufan ta’uu himanii, ammatti warra badii kana geessise to’annaa jala oolchuuf Godina Guraagee waliin wal dubbiirra jirra jedhu, jiraattonni ammas naannochatti sodaan nageenyaa itti fufeera jedhu. Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG