Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Maqalee Keessa ka Jiru Giddu-galli “Ameriikaan Koorner” Jedhamu, Ijaarsa Nagaa Keessatti Qooda Dargaggootaa Cimsaa Jira


Magaalaa Maqalee Keessa ka Jiru Giddu-galli “Ameriikaan Koorner” Jedhamu, Ijaarsa Nagaa Keessatti Qooda Dargaggootaa Cimsaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Magaalaa Maqalee keessa kan jiru gidduu-galli “Amerikaan koornerr jedhamu” dargaggonni ijaarsa nagaa keessatti qooda akka qabaatan gochuuf hojjataa akka jiru ibsee jira. Giddu galli dargaggootaa kun xumuura wal waraansa Itiyoophiyaa kaabaa sana booda waggaa tokkoof leenjii akkasumas, tajaajiila laaybirarii kan kitaaboota dubbisuu fi intarnettii kennaa ture. Mooraa Yunivarsitii Maqalee keessatti kan argamu gidduu galli Amerikaan Kornar jedhamu kun Ingiliffa tolaan kan barsisuu Alam Tacaane giddu galli kun isaa fi dargaggoota kanneen biroof haala mijeessuu isaa dubbata. Gabaasaa Mulugeetaa Atsibahaa Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG