Dorgomiin olompikii Paaris erga jalqabee guyya 10 ta’eeraa, dorgoomiin Itoophiyaan irrattii beekamtu atileetiksiin immoo guyyaa 5ffaa irratti kan argamu yoo ta’u, hanga ammattii meedaaliyaa meetii tokko arggachuu dandeessetii, dorgomileen figicha meetira 5000 fi 800 dubartoota har’aa galgala xumura isaanii argatan. Qabxiilee gulaaLlii dabalatee hanga ammatti qabxilee argaman irrattii Atileetoota fi Leenjjistoota dubbifnee jira. Eebbissaa Naggassaa Paaris irraa gabaasaa qindeesse qabna.
Forum