Mormiin barattootaan Biyya Baangilaadish keessatti jalqabamee lubbuu namoota dhibbaa olii erga galaafateen booda muumittiin ministeeraa biyyattii aangoo fi bayyaa isaanii gadhiisuun baqataniiru. Humni waraanaa biyyattii uummanni gara tasgabiitti akka dhufu gaafachuun mootummaan yeroo akka hundaa’us waadaa seeneera. Dhimma kana irraatti Mitikkuu Fiqaaduu hayyuu tokko waliin gaaffii fi deebii taasiseera.
Forum