Itiyoophiyaan imaammata dinagdee haaromfame kan sharafa biyya alaa Gabaa gidduu galeessa godhate ifoomsuun erga jalqabdee amma torbaanoonni darbaniiru.Imaammatichi haaromsa dinagdee bu’aas ta’e dhiibbaa diinagdee irratti qabuun alatti dirree siyaasaa Itiyoophiyaa irratti jijjiirama fidee dhufu maal qaba? Mitikkuu Fiqaaduu kana irratti beektota siyaasaa lama dubbisee jira.
Forum