Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Ameerikaa Duraanii Obaamaan Dimokraatonni Hariisn Akka Filatan Dadammaqsan


Obaamaan Dimokraatonni Hariisn Akka Filatan Dadammaqsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00

Yaa’ii biyyaalesaa miseensotaa Paartii Dimokratootaa Magaala Chikaagoo keesaatti taasifame irraati kan haasaa taasisan Prezidaantii duraanii Baarak Obaamaa, itti antuu prezidaantiin kaamilaa Hariis Filanoo Ji’a Sadaasaa dhufu keesaa taasifamu irratti Doonaald Tiraampiin moo’udhaaf kaadhimamtuu sirrii ta’uu isaanii dubataniiru. Gabaastuun VOA Kaatiriin Giibseen bakkaa yaa’ichii itti taasifamaa jiru magaala Chikagoo irraa gabaasa qopheesite qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG