Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Ameerikaa Keessatti Kutaa Falmisiisaa Ta’e Goorjaa Keessatti Duulli Filannoo Harris fi Tiraamp Qalbii Hawatee Jira


Filannoo Ameerikaa Keessatti Kutaa Falmisiisaa Ta’e Goorjaa Keessatti Duulli Filannoo Harris fi Tiraamp Qalbii Hawatee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Wal dorgommii Pireezidaantummaa Yuunaayitid Isteetisi dhiyyeenya taasifamuuf jiruuf Kutaan kibba biyyattiitti argamu Joorjiyaan bu’aa filannoo warra murteessan xiqqoo keessaa tokkodha. Gabaasan sagalee Ameeriikaa Iskaat Istarnis warri duula na filadhaa gaggeessaa jiran Joorjiyaa keessatti haala kamiin hojjechaa jiruu fi kutaa murteessaa ta’e kana keessatti abdiin qaban maal kan jedhurratti waan qindeessee Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG