Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Dhimmoota Ijoo Wal-Falmii Prezidaantummaa Yunayitid Isteetis Irratti Ka’an Ilaalchisee


Xiinxala: Dhimmoota Ijoo Wal-Falmii Prezidaantummaa Yunayitid Isteetis Irratti Ka’an Ilaalchisee
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00

Wal-falmiin kaadhimamtoota prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis kanneen filannoo gaafa Sadaasa shanii biyyattii keessatti geggeessamuuf qophaawan gidduutti Kibxata halkan magaalaa Filaadelphiyaa Waaltaa Heera Biyyaalessaa keessatti geggeessame dhimmoota lammiilee Sagalee Kennaniif ijoo tahan adda addaa kanneen akka dinagdee, immigireeshinii fi imaammata Yunaayitid Isteetis alaaf qabdu kan of keessa qabu ture. Kaadhimamtoonni wal-dorgoman lameen yaadni isaan dhimmoota kana irratti kennan xiinxaltotaan akkamitti ilaalame? Lameen keessaa eenyu tu wal-falmicha irraa faayidaa caalaa argate? Dhimmoota kana irratti kan duraan barcuma mana-maree murtii seeraaf dorgomanii turanii fi amma Kooejii Koolinsi ka kutaa Teksaasa keessaa barsiisan, Proofeesar Mohaammad Xaahiroo Namoo Daandii dubbisee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG