Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Ulaa-galaanaa Irratti Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Mariin Furuuf Hojjetaa Jirra: Ambaasaaddarri Ameerikaa Moqdishoo Jiran


Dhimma Ulaa-galaanaa Irratti Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Mariin Furuuf Hojjetaa Jirra: Ambaasaaddarri Ameerikaa Moqdishoo Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00

Waligaltee ulaa galaanaa mootummaa Ityoophiyaa fi Somaaliilaand, ka kutaa Somaaliyaa gidduutti taasifameen wal-qabatee mootummaa Somaaliyaa fI ityoophiyaa giduuti muddamni uumame ittuma fufee jira. Muddamni biyyoota lameen gidduu karaa dippiloomaasii akka furamu ka mootummoota biyyoota lameenii waliin dubbataa jiran tahuu, Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteetis ibsanii jiru. Dhima kana irratti gabaasaa Haruun Maaruuf fi Abdulqadiir Zubeer qopheesaan Befeqaaduutu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG