Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sifeenee: Barattuu  Finfinneerraa Qormaata Biyyaalessaatti Qabxii Ol'aanaa Galmeessiste


Sifeenee: Barattuu  Finfinneerraa Qormaata Biyyaalessaatti Qabxii Ol'aanaa Galmeessiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00

Akka lakkoobsa Itiyoopiyaa bara 2016 barattoota qormaata biyyoolessaa kan bara kanaa gosa barnootaa 6 fudhatan keessaa qabxii 600 keessaa 575 argachuu dhaan qabxii ol aanaa kan galmeessite Finfinnee irraa shamarree Sifeenee Tekluu Jaallanneen dubbistee jirti. Kan umuriin waggaa 17 Sifeeneen, iccitiin milkaa’ina isheetii maal akka ta’ee fi gama isheen barattoota kaaniif deggersa barnootaa gochaa turte ibsitee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG