Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Qormaatni Na Mudate Milkaa’inaan Na Gahe’ – Weellisaa Anduu’alem Gosaa


‘Qormaatni Na Mudate Milkaa’inaan Na Gahe’ – Weellisaa Anduu’alem Gosaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:17 0:00

Artiisti Anduwaalem Gosaa, Baaleetti dhalatee Asallaa akka guddate dubbata. Weellisaan dargaggeessi dhiyeenya muuziqaa Oromoo keessatti maqaan isaa ol ka’aa dhufe kun, Sagalee Ameerikaa waliin haasawa taasiseen, sirba Oromoo waltajjii addunyaatti baasuuf akka hojjetaa jiru dubbate. Andu’aalem sirboota suur-agaleen sirboota Qeenxee uummata fudhatama guddaa qaban ka baasaa ture yoo tahu, yeroo ammaa Albama Muuziqaa Afaan Oromoo Ayyaantuu jedhu hojjetee xumuruu ibseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG