Pezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Bayiden yaa’ii dhaabata mootumootaa gamtoomanii irratti dhihaachuudhaan bara aangoo isaanii keesatti haasaa isaanii isa dhumaa torban kana keesaa taasisuuf deemu. Baayiden walgahii kana irrtti dhihaachuu isaaniitii alatis hoggantootaa biyyootaa wajjin wal arguudhaan waa’ee jeequmsaa walakeesaa bahaa irratti akka mari’atan ibsa gabaasaan Anitaa Paawool Niwu Yoorki irraa qindeesitee. Itti anee dhihaata.
Forum