Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Dorgommii Filannoo Yunaayitid Isteetis Miseensi Daayaasporaa Afrikaa Tokko Maal Jedha?


Waa’ee Dorgommii Filannoo Yunaayitid Isteetis Miseensi Daayaasporaa Afrikaa Tokko Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Kamalaaa Haarris dorgommii pirezidaantummaatti osoo hin seenin dura sagaleen uummataa akka agarsiisutti filattoota hunda keessaa walakkaan kanneen ta’an Pirezidaant Baayiden fi Pirezidaantii duraanii Tiraamp lamaan isaaniitti akka hin gammanne agarsiisa.

Baatii Ebla darbe miseensa hawaasa diyaaspooraa Afrikaa tokko waliin Sagaleen Ameerikaa ka dubbate yoo, sagalee kennuu dhiisuuf yaadaa ture, namni kun. Kaadhimamuun Kamalaa Harris gara dorgommii filannootti dhufuun akka inni murtee isaa keessa deeb’ee yaadu taasise yoo ta’e gabaasaan Sagalee Ameerikaa Jef Swikoord irra-deebi’ee gaafatee jira. Jaallannee tu dhiheessa

Forum

XS
SM
MD
LG