Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lamiilee Ameerikaa Haaraa Barana Yeroo Duraatiii Filannoo Irratti Sagalee Kennuuf Deeman


Lamiilee Ameerikaa Haaraa Barana Yeroo Duraatiii Filannoo Irratti Sagalee Kennuuf Deeman
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:46 0:00

Filannoo Amerikaa Sadaasa dhufu kana gaggeefamurratti namoonni Miilliyonaan lakkaawaman yeroo jalqabaaf hiree filachuu argatanitti fayyadamuun sagalee laachuuf jiru. Kanneen filannoo kana irraatti sagalee laachuuf jiran keessaa milliyoona 3.5 kan ta’an warra bara 2020 asitti lammummaa argatani.

Lakkoobsi kun sagalee filannoo fi deeggarsa kutaalee Amerikaa bakka lamaatti qoodamee jiru keessaatti ga’een qabaatu salphaa hin ta’uu. Jeef Swikoordi haala kana filaattuu reefuu carraa argate filachuuf jiru Kutaa Vargiiniyaa keessaa fakkeenya godhatee gabaasa kana gadii ergeera , Nigusuu Taamireetu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG