Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Namoota Alaa Daangaa Qaxxaamuranii Biyyattii Galanii Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Dhimma Wal-falmii Ijoo Tahee Jira


Dhimmi Namoota Alaa Daangaa Qaxxaamuranii Biyyattii Galanii Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Dhimma Wal-falmii Ijoo Tahee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00

Filannoon presidaantummaa Yunaayyitid Isteetis gahuuf wayita torban sadii hafeefee jirutti, wa’een eegumsa daanga dhimma ijoo akka ta’eetti jira. Kutaa Arizoonaarraa gabaasaan dhimma godaaansaa yokaa immmigireeshiini kan VOA Alaayin Baraaroos aangowwaa eegumsa daangaafi ogeeyyii dhimma godaansaa dubbisuun gabaasaa qindeesse Nigusuu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG