Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaadhimamtoonni Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Yoo Filataman Akkaataa Itti Haleellaa Qawwee Biyyattii Keessaa Dhaaban Ibsataa Jiru


Kaadhimamtoonni Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Yoo Filataman Akkaataa Itti Haleellaa Qawwee Biyyattii Keessaa Dhaaban Ibsataa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:12 0:00

Haleellaa qawweef kanneen saaxilamaniif abboonni qawwee namni itti aanee prezidaantii Yunaayitid Isteetis ta’uuf deemu haleellaa qawwee biyyattii keessaa attamiin dura dhaabbachuu akka danda’u yaada addda addaa dhiyeessaa jiran. Kaadhimamtoonni paartii Ripaablikaanii fi dimokraatotaas dhimma kana irratti ejjennoo isaanii ibsaniiru. Kanaaf uummati sagalee kennus yeroo dhiyootti filannoo dhaan yaada isaa ibsuuf jira. Gabaasa Veroonikaa Baalderaas Igileesiaa kana ilaalchisuun ergite Tujubee tu dhiheessa

Forum

XS
SM
MD
LG