Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Irratti Diinagdeen Dhimma Guddaa Ta'eera


Filannoo Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Irratti Diinagdeen Dhimma Guddaa Ta'eera
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 7:48 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

Oggaa afuritti yeroo tokko filannoon pirezidaantii Yunaayitid Isteets xiyyeeffannaa addunyaa booji’a. Filannoo bara 2024 kanaa Kaadhimamamtuun Paartii Dimookiraatii, Itti Anantu Pirezidaantii Kamalaa Haaris, fi Kaadhimamaan Paartii Rippablikaanii Pirezidaantii Duraanii Doonaald Tiraamp, dorgomtoota wal morkkachaa jirani. Adeeemsa jiru laalchisee Qindeessituu fi Dura Teechuu Dhabbata Mirga Namoomaa Leelsiuu, Oromoo Liidershiip Endi Advookeesii Assosieshiin (OLAA) , Seenaa Jimjimoo Chikaagoo irraa dubisne.

Forum

XS
SM
MD
LG