Kan tibbana prezidaantummaa Yuunaayitid Isteetisiif filataman Doonaaldi Tiraamp duraan yeroo aangoo irra turan imaammata alaa Itiyoophiyaa ilaalchisee qabaachaa turan wajjiin yommuu ilaalamu bara bulchiinsa isaanii haaraa kan ammaa kana keessatti Itiyoophiyaa ilaalchisee imaammatni hordofan maal tahuu mala? Dhimma kana irratti Mitikkuu Fiqaaduu Itiyoophiyaa irraa Ogeessoota saayinsii siyaasaa lama dubbiseera.
Forum