Kan filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis dhiheenya injifatanii fi barri aangoo isaanii inni lammaffaan baatii Amajjii dhufuu keessa jalqabu Donaald Tiraamp Ejeensiiwwan basaasaa Ameerikaa “CIA” to’achuuf gara michuu isaanii durii tokkotti fuula deebifatanii jiran. Kunis akka namni alaa jeequmsa uumutti ilaaluudhaani, jedhame. Gabaasaan dhimma ngeenya biyyaaleessaa sagalee Ameerikaa Jeef Seeldiin gabaasa qopheesse Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.
Doonaald Tiraamp Hoogganummaa Ejensiilee Basaasaaf Michuu Isaanii Durii Tokkotti Fuula Deebifatan
- VOA
Forum