Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif kan flataman Doonaald Traamp ejjennoo “Amerikaan Haadursitu” jedhu qabatanii garaa masaraa Waayit Haawustti deebi’uuf qophaawaa jiran. Sanaa alatti, imaamatiin biyyaa alaa bulchiinsaa isaanii maal akka fakkaatu amma ammaatii wantii ifatti beekamuu baateyyuu, eega filatamuun isaanii mirkanaa’ee boodaa haasaa hoggantootaa biyoottan alaa wajiin taasisan irraa akka hubachuun danda’ametti, lola Giddu-galeessa Bahaa fi ka Yuukreen dhaabsisuuf waadaa seenana fiixaan baasuuf akka kutannoo qaban muldisaniiru. Dhimma kan irratti gabaasaa Paatsii Widaakuswaaraa Waayit Haawus irraa VOAdhaaf ergite, Bafiqaaduuu tu dhiheessa.
Filatamaan Prezidaantummaa Doonaald Tiraamp Yeroo Taayitaa Qabatan Imaammata Isaanii Alaa Keessatti Dhimmota Akkamiif Dursa Kennu?
- VOA
Forum