Imaammata Xaaliyaanii kan godaantonni waaltaa tursiisaa ka biyya Albaaniyaa keessatti akka dhimmi isaanii ilaalamuu jedhu danqaan seeraa mudatee jira. Abbootiin murtii Room jiran dhimmicha gara Mana Murtii Haqaa kan Gamtaa Awurooppaatti waan dabarsaniif, kun immoo murtii kennuudhaaf ji’oota ykn waggoota fudhachuu mala jedhameera. Gabaasa Henrii Riijweel ergee Jallanneetu dhiyeessa.
Forum