Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Gujii Aaanaa Wadaraatti Muchaa Waggaa Shaniirratti Gudeeddiin Raaw’atamuun Himame


Godinaa Gujii Aaanaa Wadaraatti Muchaa Waggaa Shaniirratti Gudeeddiin Raaw’atamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Godina Gujii Aanaa Waadaraatti daa’imni dhiiraa ganna shanii miseensa Raayya Ittisa Biyyaa jechuun ibsameen gudeedamuu maatiin VOA’f himan. Aadde Baddeesoo Beqqelee, haati mucaan isaanii miiidhaan irra gahuu VOA’f himan, miidhaan kun Sadaasa 20, bara 2017 daa’ima isaanii irra ga’uu ibsanii, mucaan dhiiraa isaanii kan ganna shanii rakkoof saaxilamuu dubbatan. Poolisiin Waadaraa dhimmichi Abbaa Alangaa waliin qoratamaa jira jedha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG