Itiyoopiyaa fi Somaaliyaan Roobii falmii wagga tokkoof gidduu isaanii ture xumuruuf Roobii kaleessaa walii galtee irra gahanii jiru. Marii marsaa sadaffaa jaarsummaa prezidaantii Turkii Xayyib Resep Erdogaaniin geggeessameen, hooggaan Somaaliyaa Hassan Sheek Mohaammudii fi muummichi ministeera Itiyoopiyaa Abiy Ahimed tokkummaa abbaa biyyummaa walii eeguuf walii galuu isaanii ibsan. Dhimma kana irratti gabaasaa Haaruun Maaruuf qopheesse Tujubee Horaatu dhiheessa.
Somaaliyaa fi Itiyoophiyaan Wal-dhibdee Gidduu Isaanii Furachuuf Waliigalan
- VOA
Forum