Filannoo Prezidaantumaa bara kana keessatti waa’een diinagdee lammilee Yunaayitid Isteetsf dhimmaa isaa guddaa ture. Warren akka Doonaald Traamp gara aangootti deebi’an barbaadan diinagdeen waanneen dursii kennamuufii qabu keesaa isa jalqaba akka ta’u eegu. Dhimma kan irrati gabaasaa Iskaat Isterns Sagalee Ameerikaaf qopheesse , Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Tiraamp Yeroo Taayitaa Qabatu Hanga Abdachiise Dinagdee Biyyattiirratti Jijjiirama Guddaa Fidaa Laata?
- VOA
Forum