Prezidaantiin Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden Wiixata kaleessaa walgahii Biyyooleessaa kan sabootaa Waayit Haawus isa dhumaa seenaa dukkanaa’aa biyyattii isa darbeef siidaa biyyoolessaa hundeessuun gidiraa daa’imman akkasumas maatii warra Abbaa biyyaa jalqabaa kan Amerikaa “Neetiiv Ameerikaans” jedhaman kumaatamaan lakkaa’aman fi maatii isaanii manneen barnootaa bultii federaalaa jaarraa 19ffaa fi 20ffaa keessatti argaman kabajuuf akka ta’u ibsan. Gabaasaan VOA Waayit Haawus Aniitaa Paawel Waashingitan irraa gabaasee qopheessite Jaallannee tu dhjiheessa.
Baayiden Seenaan Lammiilee Ameerikaa Warra Angafaa Dabre Dukkanaawaa Ta'us Irraa Barachuuf Siidaa Isaa Hundeessuun Barbaachisaadha Jedhan
- VOA
Forum