Torban muraasaa as samii Yunaayitid Isteetis gama Bahaa irra maal tu deddeemaa jira? Dirooniwwan ykn xiyyaaronni nam malee hedduun mul’ataniiru. Dhimichii jiraattotaa fi prezidaantii aangootti dhufaa jiranuufillee gaafii ta’ee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Aniitaa Paawol qopheesitee Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Eega Yeroo Dhihootii As Samii Yunaayitid Isteetis Gama Bahaarra Dirooniiwwan Balali’aa Jiran Kan Eenyuuti?
- VOA
Forum