Manni Hidhaa Sednayaa bulchiinsa Asaad jalatti bakka dararaa fi ajjechaan jumulaan itti raawwatamuun beekamu, sirni bulchiinsa isaa kufuu hordofee bakka Maatiin firoottaan isaanii achi buuteen isaanii dhabame barbaadaa jiran ta’eera. Erga Bashaar Alasaad biyyicha gadhiisee ba’een booda gareen riphee loltootaa hidhamtoota kumaatamootaan lakkaa’aman mana hidhichaa keessa turan bilisa baasuun dhuugaa gaddisiisa kana saaxilaniiru. Reeffi Keenyaan isaa keessatti awwalamaniira , kan maatiin abdiin eegaa turan garuummoo kan baay’ee laphee nama cabsu. Gabaasa Tehilii Booh Neet, Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.
Sirni Mootummaa Al Asaad Kufuu Hordofee Manni Hidhaa Siiriyaa Keessaa Beekamaan Uummataa Firoota Isaanii Barbaaddataniif Banamee Jira
- VOA
Forum