Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el


FAAYILII - Dr. Dabra Tsiyoon Gabramikaa’el, Mgaala Maqalee, Naannoo Tigraay, Adoolessa 7, 2021.
FAAYILII - Dr. Dabra Tsiyoon Gabramikaa’el, Mgaala Maqalee, Naannoo Tigraay, Adoolessa 7, 2021.

"Waraanni Tigraay maqaa DDAR jedhuun akka diigamuu ta’aa jira, gareen Hiwaat kan Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, himatee jira.

Gareen Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, hoggantoonni bulchiinsa yeroo kan naannoo Tigraay, maqaa hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi walitti makamuun jedhuun gaaffii bu’uuraa Tigraay osoo hin deebisin qabsaa’onni duraanii, kan isaan Waraana Tigraay jedhanii waaman, diigamaa jiru jechuun himate .

Gareen TPLF keessaa tokko ta’e kun walga'ii har'a Magaalaa Maqaleetti ta'e kun walgahii "duula diddaa" jedhee waamee xumura irratti bulchiinsii yeroo hojii akka raawwatuuf itti kennamee guutummaatti fashalaa'eera" jechuun ibseera.

Gama biraatiin kaabineen bulchiinsa yeroo naannichaa walgahii guyyoota sadiif gaggeessee ilaalchisee ibsa baaseen, "bu

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG