Waggoota Kudhan darbaniif sababa wal waraansa Siiriyaa keessa tureen biyyoonni Awurooppaa Lammiilee Siiriyaa koolu galtummaa barbaacha baqatan kanneen baay’inni isaanii miiliyoona tokkoo ol ta’aniif balbala isaanii banaa taasiisuun simataniiru. Amma immoo kufaatii sirna Bashaar al-Asaad hordofee gaaffii haaraa kooluugaltummaaf gaafatamu irrratti waantoonni gaaffii kaasan jiru. Jijjiiramni Siyaasaa dhufe kun lammiilee Siriiyaa biyyoota Awurooppaa keessa jiran miira gammachuu fi wa’ee fulduree isaanii immoo sodaa keessa galcheera. Gabaasa Lisaa Birayaant Firaansi irraa Sagalee Ameerikaaf ergite Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Lamiileen Siiriyaa Waraana Baqatanii Awrooppaa Jiraatan Biyyatti Deeb'uu fi Dhiisuu Laalchise Mamii Qaban
- VOA
Forum