Simpooziyeemii sadarkaa idil-addunyaa mata dureen isaa ‘Tigraay keessatti faca’iina dhukkuuba Eedsii (AIDS) ittisuu fi dhaabuu' jedhuun qophaa'e, tibbana konfiraansii gama viidiyoon qophaa'ee gaggeeffamee jira.Kana ilaalchisee waahilli keenya afaan TigrinyaaBatra Silxaan kan gabaasee Jaallanneetu dhiyeessa.
Simpooziyemiin Faca’ina Eedsii Tigraay Keessaa Dhabamsiisuu Irratti Fuuleffate Geggeessame
- VOA
Forum