Naannoo oromiyaa godina wallaggaa lixaa aanaa qondaalaa gandoota adda addaatti baatii muddee bara 2017 keessatti sababa dhibee busaatin daa’imman 5’n lubbuun darbeera jechuun namoonni daa’imman isaanii jalaa miidhaman sagalee Ameerikaaf bilbilanii himaniiru.
Itti gaafatamtuun waajjira fayyaa aanaa qondaalaa Aaddee Rufaa’eel Tasfaa namni diibee busaan lubbuun darbe jedhame sadarkaa buufata fayyaatti mirkanaa’e hin jiru jechuun deebii kennaniiru.
Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasicha qindeessiteetti.
Forum