Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaana Kataraa Bifa Addaan Baatuu, Haroo Dambal Irratti Kabajamu


Ayyaana Kataraa Bifa Addaan Baatuu, Haroo Dambal Irratti Kabajamu
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00

Ayyaanni Kataraa Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuu Haroo Dambal irratti sirna adda ta'een Galaana Dambal irratti gaggeeffama. Ayyaanni kataraa qaama Haroorratti sirna addaan kabajamu kunini kan seenaa dheeraa qabu ta’uu Diyaaqoon Zanabaa Waaqoo, Hoogganaan Kutaa Lallaba Wangeelaa manneetii amantaa Sadeen Odollan Dambal irratti argamanii dubbatanii jiran.

Diyaaqoon Zanabaan, kabaji kataraa kun, bishaanirratti gannoota dheeraaf gaggeeffamaa ture jedhanii, seenaan taateen kun qabuu hordoftoota amantichaa fi daawwattoota biyya hambaallee as harkisaa jiraachuu dubbatan. Obbo Alamuu Badhaadhoo jiraataan Baatuu, Kataraan Dambal irratti gaggeeffamu sirnaan beeksifamuu male jechaan VOA’f dubbatani, Gabaasa Suur Sagalee kana daawwadhaa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG