Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Tiraamp Odoola Giriilaand To’anna, Jechuun Yaaddoo Uumee Jira


Prezidaant Tiraamp Odoola Giriilaand To’anna, Jechuun Yaaddoo Uumee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:19 0:00

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Doonaald Traamp Torban kana keesaa irra deebi’anii ibsa kennaniin, odolaa Greenlaand dhimmaa nageenyaa aduunyaatiif jechaa too’achuun barbaachisaa akka ta’e ibsaniiru. Yaadi isaanii kun biyyaa odolaa galanaa Arkitik irratti argamuu sana bulchituu Deenmaarkiin yaaddesee jira. Gabaasaan VOA Henerii Reejiweel Mootummaan Koopeenhaageen jiru nageenya Odoliichaa irratti xiyeeffannaa kennuu akka dagate beeksisuu ishee fi Chaayinaa fi Raashaan naanno sana irratti kan sochii taasisaa jiran tahuu eeruun gabaasaa qopheesse Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG