Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa fi Ertiraan Barreeffamni Midiyaaleen Walitti Deddeebisan Hariiroo Duraanuu Laaffate Daran Hammeessa, Jedhu Xiinxaltoonni


Itiyoophiyaa fi Ertiraan Barreeffamni Midiyaaleen Walitti Deddeebisan Hariiroo Duraanuu Laaffate Daran Hammeessa, Jedhu Xiinxaltoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:52 0:00

Pirezidaantiin Itiyoopiyaa duraanii Dr. Mulaatuu Teshoomee, Wixata darbe mootummaa Eertraa gama ilaaleen marsariitii sabaa himaa addunyaa tokko irratti barreeffama maxxansan hordofee Eertraan deebii kennitee jirti.

Sagaleen Ameerikaa dhimma kana irratti kan dubbise hayyoonni biyyoota lamaanii gama isaaniin halli isaa hariiroo biyyoota lamaanii laaffataa deeme ifa kan taasise akka ta’e ibsaniiru. Adda addummaan isaanii hammaatee gara walitti bu’insaatti akka hin geessine yaaddoo jedhu qabaachuu isaaniis yaadachiisaniiru. Gabaasa Asmaamaaw Ayyenew kunoo ti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG