Xurree ittiin seenan

 
Naannoo Amaaaraa Keessatti Haleellaa Konkolaatota Fe'isaa Irratti Geggeessameen Konkolaatonni Gubachuun, Namoonni Du'uu fi Butamuun Himame
Breaking News

Naannoo Amaaaraa Keessatti Haleellaa Konkolaatota Fe'isaa Irratti Geggeessameen Konkolaatonni Gubachuun, Namoonni Du'uu fi Butamuun Himame


Naannoo Amaaraa, Itoophiyaa
Naannoo Amaaraa, Itoophiyaa

Jimaata dheengadaa Guraandha 21 bara 2017 naannoo Amaarra magaala Gondor irraa Salixaa gabaa biyya alaatiif qophaa’ee fe’anii konkola’atota gara kallatti magaala Baahirdaaritti imalaa turan i9rratti bakka addaa Xaar Gedaam jedhamutti, hidhatoonni haleellaa raawwataniin konkola’achiisaan tokko du’ee , tooko madda’ee, Kudhan immoo hidhatootan qabaniii fudhatamuun isaanii, akkasumas konkola’atonni heduun gubachuun isaanii gabaasameera.

Haleellan kun kan raawwatee konkola’atoonni 200 ta’an yemmuu loltootaa mootummaatin eegamaa sochaa jiranutii , konkola’atootaa gara dhumaa irra jiran irratti dhukaasni akka taasifame, kan himan nammi maqan isaanii akka hin dhahamen gaafatan tokka haleellichii kan raawwatee finciltootan akka ta’e sagalee Amerikaatti himanii, finciltoonni sun eenyuun akka ta’an maqaa hin dhoofne.

Dhimma kana irratti qamoolee mootummaa feederaalaafi kan naannoo Amaaraa irra deebii argachuudhaaf yaaliin sagaleen Amerikaa taasise milkaa’uu baatus , itti gaafatamaa biiroo nageenyeeaa bulchiinsa naannoo Amaaraa kan ta’an obbo Desaaleny Xaasewu ibsa korporeshinii miidiyaa naannoo Amaaratiif kenaniin gareewwan “ finxaaleyyii” jedhanii waaman balaa sana geesisuu isaanii dubbataniiru.

Ministiraa geejibaa fi Loojestiikaa mootummaa Federaala kana ta’an Dokteer Alemuu Simee ji’a darbee ibsaa keenaniin lammileen aanaleefi gandaawwan keessa jiran akka Keellaawwan hin cufnee akeekkachiisa krnuun isaanii beekameeraa.

Konkala’chiisaan maqaanisa akka dhahamuu hin barbaanee biroo tokko naanoo Amaaraa keessatti Konkolaatonni fe’isaa amma walitti qabamanuufi umnoottan eegumsaa taasisan Argachuudhaaf torban lamaaf akka dhaabbatanii eegan ibsuu isaanii Asteer Misgaanaawu gabaastee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:59 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG